- 60
- 84 565
Rebuni Media
Kenya
Приєднався 16 вер 2022
Baga nagaan gara channel keenyatti dhuftan . #Subscribe gochudhaan maatii ta'aa.
Faar. Milion Lijamu Haala ulfaata keessa jira 🤔
Faar. Milion Miidhama isaarraa bayyannachuu dadhabee yeroo amma kana magaalaa Finfinnee Hospitaala Alert keessatti yaali irraa jira.
Harki isaa miidhame foon akka godhatuuf garaa isaa irratti hodhanii yaalaa akka jiranif erga yaalamuu jalabee torbee sadii akka guutee namonni deemnan gaafatan himanii jiru.
#rebunimedia
#oromogospelsong
#oromogospel
#faaruuafaanoromoo
#christianmidea
#oboro_media
#faaruuchristianmedia
#faarfannaa_afaan_oromoo #ethiopianafaanoromo #gospelmusic #habesha #raaji #raaji #oboro_media #christianmidea #oromogospelsong #oboro #etvafaanoromoo #ethiopia #jesus #mezmur #solomonalemu #abelbirhanuየወይኗልጅ #abelbirhanu #ebs #ebstv #ifa #ifa #rebunimedia #christianmidea #christianmidea #neworomogospelsong #dhugaa #dhugaa #faarfannaa_afaan_oromoo #waldaawarrawengeelaaoromoo #araara
Harki isaa miidhame foon akka godhatuuf garaa isaa irratti hodhanii yaalaa akka jiranif erga yaalamuu jalabee torbee sadii akka guutee namonni deemnan gaafatan himanii jiru.
#rebunimedia
#oromogospelsong
#oromogospel
#faaruuafaanoromoo
#christianmidea
#oboro_media
#faaruuchristianmedia
#faarfannaa_afaan_oromoo #ethiopianafaanoromo #gospelmusic #habesha #raaji #raaji #oboro_media #christianmidea #oromogospelsong #oboro #etvafaanoromoo #ethiopia #jesus #mezmur #solomonalemu #abelbirhanuየወይኗልጅ #abelbirhanu #ebs #ebstv #ifa #ifa #rebunimedia #christianmidea #christianmidea #neworomogospelsong #dhugaa #dhugaa #faarfannaa_afaan_oromoo #waldaawarrawengeelaaoromoo #araara
Переглядів: 229
Відео
Amantota Dhiifama Gaafate 🤔 ( Kafyaalew tufa officials)
Переглядів 200День тому
Kafyaalew tufa amantoota hundaa Dhiifama gaafate. Boqonna fi gammachun dhabe ergaan kufee jedhe jira. Namni kufuu koo Share godhe Deebii'u koos Share gochu qaba jedhe jira #rebunimedia #oromogospel #oromogospelsong #oromogospelsong #oboro_media #oboro #neworomogospelsong #faarfannaa_afaan_oromoo #christianmidea #Kaffeshow #habesha #kafyaalew_tufa #oromochurch #oromochurch #egereemedia #gospelmu...
Henock Jorge Nyeya 🤔Ani Sirbi cubbuu miti Hin Jenne
Переглядів 17421 день тому
Kan faarfatan waaqayyo irraa humna akkuma fudhatan, kan sirban hafuura seexanichaa qooddatu. Sirbicha kan sirbu Akkamitti hafuuricha qooddata ? Yeroo tokkotti sirbuunis faarsuunis hin danda’amu. Bishaan boora’anii fi qulqullaa’aan burqaa tokko keessaa hin maddu. #rebunimedia #oromogospelsong #oboro_media #oboro #araara #moa #Henock_Jorge #HenockJorjii #faarfannaa_afaan_oromoo #wakjiratube #eger...
Faar. Waanofi Alameyo ( 🤔Lafaan Dhufeen Beeka) Irratti ( #oromogospelsong )
Переглядів 42028 днів тому
Naqamtee Kaate Finfinnee deemte Dhiifama gaafachuf. Namni dhiifama gochuu beekuu fi dhiifama gaafachuu beeku gammachuunsaa guddaadha. Inni nama guddaadhas. #rebunimedia #oromogospelsong #faarfannaa_afaan_oromoo #christianmidea #oduuafaanoromoo #habesha #worship #solomon #araara #comedy #oromogospelsong #neworomogospelsong #habesha #abelbirhanuየወይኗልጅ #neworomogospelsong #moa #mezmur #oromochurch...
Waldaan Makana yesuus Maal Gote?🤔🤔 ( ibsa Waldaa Makana yesuus)
Переглядів 42Місяць тому
Waldaan Makana yesuus maal balleessite? Tibba kana gaaffii waa'ee saala wal-fakkaataa waldaan M/Y ittiin komatamte Waan miidiyaa hawaasarra naanna'aa jirudha. Waldaan M/Y Itiyoophiyaa deeggartoota(partners) biyya alaa qabdi. Kan komii guddaa irratti kaases isa kana. #rebunimedia #oromogospelsong #araara #moa #araara #Ara#oromochurch #habesha #christianmidea #faarfannaa_afaan_oromoo #f#oromochur...
Dhoksa Hafuura seexanna Ayyaana Irreecha Boddee jiruu 🤔
Переглядів 736Місяць тому
Dhoksa Hafuura Seexanna Ayyaana Irreecha Boddee Jiruu Dubbate. Kristiyaanoonni tokko tokko waan oromummaaf quqamtan isinittii fakkaatee waaqa tolfamaa waaqeessuf keessa jirtu Kan bakka waaqayyoo fudhatu waaqa tolfamaa dha #rebunimedia #oromogospelsong #oromogospelsong #habesha #christianmidea #araara #faaruuchristianmedia #gospelmusic #ethiopianoromogospelsongs #irreecha #like #share #comment #...
Luba. Garrammu Jalataa Baga Gammadan ( Ministry Dandii Wangeela Hojii Eegalee)
Переглядів 211Місяць тому
Akkuma baay'een keenya beeknu lubni Garrammu Jalataa nama sagalee Waaqayyo barsisun fi lallabun beekamanidha. Nama hinafaa gaarii Waldaa kristaana fi sagalee Waaqayyof qabanidha. Nama Waaqayyo bara kana dhaloota kanaf Kasee keessa nama tokkodha. Amma immoo Waaqayyo isaan gargaree Ministry Dandii Wangeela jedhu hundeessanirru. #rebunimedia #oromogospelsong #christianmidea #abelbirhanu #araara
Dawit Girma: Na Caqasaa ( Baga Itti Himte)
Переглядів 6 тис.Місяць тому
Faarfannaa Dawit Girma Faarfaanna isaa keessatti akka artistootni yesuusitti amananif Waamicha inni godhe ajandaa fuula midea hawaasaa ta'ee jiraa. “Yesus deebisee, "Karichi, dhugaan, jireenyis, ana; anaan yoo ta'e malee, eenyu iyyuu gara abbaa hin dhufu.” - Yoh. 14:6 #rebunimedia #oromogospelsong #faarfannaa_afaan_oromoo #araara #christianmidea #ethiopia #mezmur #motivation #araara #DawitGirma...
Dawit Girma 🤔 ( Maaltu isaa Mudatee? )
Переглядів 3,7 тис.Місяць тому
Bareeffamin Far. Dawit Girma fulaa midea hawaasaa isa irratti katabe amantoota hedduu dheekmasise namoota isaa jaallatan baay'ees rifachisera. #rebunimedia #christianmidea #Dawit_Girma #DawitGimafufa #Nacaqasaa #DawitGirma #araara #donkey #ethiopianoromogospelsongs #ethiopianoromogospelsongs #oromochurch #oromogospelsong #habesha #faaruuchristianmedia #afaan_oromoo #ebs #ebstv #ethiopia #oboro_...
Faarfaannan Remix Afaan Oromo Garaa Kamitti Deema jira 🤔 (Faar. Diriba Dinqu)
Переглядів 581Місяць тому
Baay'een gadde, Heyyama koo malee didde Faarfannaa koo remix gote. Faar. Diriba Dinqu ( Lafaan Dhufeen Beeka) #rebunimedia #faarfannaa_afaan_oromoo #christianmidea #oduuafaanoromoo #oromochurch #oromogospelsong #christianmidea #oboro_media #oduuafaanoromoo #moa #oboro_media #faaruuafaanoromoo #oromogospelsong #ethiopia #araara #marsiltv
Shamarre Jaabdu Missionary Obse Asrat ( Baga Gammade 😍)
Переглядів 475Місяць тому
RBaga Gammade. Missionary Obsen shamarre Jaabdu yeroo hundumaa hojii Wangeela hojechun beekamtudha. Marree yeroo amma kana... #rebunimedia #rebunimedia #faarfannaa_afaan_oromoo #faaruuchristianmedia #christianmidea #oboro_media #oromochurch #gospelmusic #oromogospelsong #neworomogospelsong #oduuafaanoromoo #oduu #egeree_media #egereemedia #oboro_media #oboro #oduuafaanoromoo #araara #ethiopiano...
Du'aa Irraa Oleerra Jette 🤔. Faarfatu Altayech Galata
Переглядів 2472 місяці тому
Du'aaoleerra jette faarfatun Altayech Galatea. Ergaa isheen Dubbate dhageeffadha. #rebunimedia #faarfannaa_afaan_oromoo #christianmidea #araara #oduuafaanoromoo #oromochurch #oromogospelsong #gospelmusic #oboro_media #oduuafaanoromoo #habesha '#faarfannaa_afaan_oromoo #egeree_media #oboro_media #christianmidea #moa #ethiopianoromogospelsongs #ethiopia
🤔Ergamaa #Zawuduun Namarra Waldaa keessatti Maali Godhe? Dhiifama Gaafachuu Qaba (Dhugaa Tv)
Переглядів 4,2 тис.2 місяці тому
FVideo kuni dhimma shaakala Dogoggora dura dhabbachuf hojetamedha. Ergamaa Zawudeen gocha Waldaa kristaana keessatti godhe kanaaf dhifama gaafachu qaba. Kuni hin ta'uu tannan shakala Macaafa Qulqulluu alaa dhabbachun dirqamadha keenya dha. #rebunimedia #christianmidea #faarfannaa_afaan_oromoo #presence #worship #araara #dhugaatv #dhugaatv #oduuafaanoromoo #DhugaaTv #Dawit_Girma_ Nan_Gocca #Dawi...
"Si Waama jiraa Fayyisan kee "❤️✝️
Переглядів 2782 місяці тому
Kun Digital mission dha. Ergaa kana namoota baay'eef Share gochun du'a bara baraa jalaa olchi. Waaqayyo si jaallata lubbuu keetifis karoora dinqisisaa qaba. “Jesus saith unto him, I am the way, the truth, and the life: no man cometh unto the Father, but by me.” - John 14:6 (KJV) #rebunimedia #faarfannaa_afaan_oromoo #faaruuchristianmedia #faaruuafaanoromoo #habesha #oboro_media #oduuafaanoromoo...
Yaa Seexanna Qoti Qoti Boolla🤔=Mark Garoma Sirba moo Faarfaanna
Переглядів 3523 місяці тому
Faarfaanna Moo Sirba? "Yaa Seexanaa qoti qoti boolla abbaa itti awwaalamu turreelaalla ..." Faarfannaadha moo sirba? #rebunimedia #faarfannaa_afaan_oromoo #neworomomusic2023 #oduu #christianmidea #egereemedia #egeree_media #Mark_Garoma #oromo #oromogospelsong #bikilakebede
Faar. Milion Lijamu: Du'a Olee Album CD Faarfaanna koo Eebbisiifadheera Jedhe Jiraachisa Koo
Переглядів 3,2 тис.3 місяці тому
Faar. Milion Lijamu: Du'a Olee Album CD Faarfaanna koo Eebbisiifadheera Jedhe Jiraachisa Koo
Faarfattuun Altaayyech Baayyee Dhukkubsattee Haala Ulfaata Keessa Jirti😭
Переглядів 2,8 тис.3 місяці тому
Faarfattuun Altaayyech Baayyee Dhukkubsattee Haala Ulfaata Keessa Jirti😭
Caalaa Bultume Ergaa Amanne maaltu Isaa Mudatee ?🤔 Dulaa ttu Irratti Geggeeffama Jira 🤔
Переглядів 1 тис.3 місяці тому
Caalaa Bultume Ergaa Amanne maaltu Isaa Mudatee ?🤔 Dulaa ttu Irratti Geggeeffama Jira 🤔
Magalaa Bushooftutti Dubbiin Jabbaatera 🤔 Waldaa Qaala hiyootii Bishooftu Maaltu Mudatee?
Переглядів 1903 місяці тому
Magalaa Bushooftutti Dubbiin Jabbaatera 🤔 Waldaa Qaala hiyootii Bishooftu Maaltu Mudatee?
Faarfataa dha Moo Sirbitu dha ?🤔 Melese Argewu =Safuu 🤔
Переглядів 4234 місяці тому
Faarfataa dha Moo Sirbitu dha ?🤔 Melese Argewu =Safuu 🤔
Maalif Amantii Isaa Jijjiratee?🤔 Dhoksaa Amantii #Muslima Keessa Jiru ? Yesuus Dhugumaa waaqa?
Переглядів 1,3 тис.4 місяці тому
Maalif Amantii Isaa Jijjiratee?🤔 Dhoksaa Amantii #Muslima Keessa Jiru ? Yesuus Dhugumaa waaqa?
Dilbii Galataa Konsartii Faarfanna Far. Phaawulos Tagenyi
Переглядів 4235 місяців тому
Dilbii Galataa Konsartii Faarfanna Far. Phaawulos Tagenyi
Qaamni Nageenya Magalaa Mattuu tti Amantoota Irratti Reebicha Rawwwate
Переглядів 2745 місяців тому
Qaamni Nageenya Magalaa Mattuu tti Amantoota Irratti Reebicha Rawwwate
Singer Jirra Tolesa = Sagalee Dhugaa #faarfannaa_afaan_oromoo #oromogospelsong
Переглядів 1426 місяців тому
Singer Jirra Tolesa = Sagalee Dhugaa #faarfannaa_afaan_oromoo #oromogospelsong
Worship Night ( Didde Didde ) With Chala Merga ( #gospelmusic )
Переглядів 1316 місяців тому
Worship Night ( Didde Didde ) With Chala Merga ( #gospelmusic )
Gaangeen Riqicha Ce'uu Didde!🤔_ Ergaama Garboolee Hirphaa ( Dhuga_Bahumsa Dinqisisaa)
Переглядів 1,1 тис.6 місяців тому
Gaangeen Riqicha Ce'uu Didde!🤔_ Ergaama Garboolee Hirphaa ( Dhuga_Bahumsa Dinqisisaa)
Si Dhiisee Hin Demu // Abdii Tafese ( #gospelmusic )
Переглядів 2656 місяців тому
Si Dhiisee Hin Demu // Abdii Tafese ( #gospelmusic )
Waaqayyo Waan Guddaa Nuf Godhe / Faar. Gartuu "C" W/M/Wongel Naqamtee fi #Anniversary 50Years
Переглядів 2246 місяців тому
Waaqayyo Waan Guddaa Nuf Godhe / Faar. Gartuu "C" W/M/Wongel Naqamtee fi #Anniversary 50Years
Figicha Hafuura Qulqulluuf Nan Figaa ( Revival Run ) Nekemte #Mulu wongel church
Переглядів 3047 місяців тому
Figicha Hafuura Qulqulluuf Nan Figaa ( Revival Run ) Nekemte #Mulu wongel church
Kadhaanna Biyyaaf Kadhaatame ( Biyyaa Keenyaaf Nuuf kenni Maloo Furmaata 😭) Nekemte #MuluWangeel
Переглядів 2507 місяців тому
Kadhaanna Biyyaaf Kadhaatame ( Biyyaa Keenyaaf Nuuf kenni Maloo Furmaata 😭) Nekemte #MuluWangeel
Ameen Ameen ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
WAWAWA WAWAWA WAWAWA WAWAWA WAWAWA WAWAWA WAWAWA WAWAWA WAWAWA WAWAWA WAWAWA WAWAWA WAWAWA AMEN AMEN AMEN AMEN AMEN AMEN AMEN AMEN AMEN AMEN AMEN AMEN AMEN TEBAREK tebarek tebarek tebarek tebarek tebarek tebarek tebarek tebarek tebarek tebarek tebarek tebarek tebarek tebarek tebarek tebarek tebarek tebarek tebarek
Waqayyoo nama isaa hin gatu yesus fayyisadha
Uuuuuuffff waaqayyoo harka fayyisuu isaatiin si haa qaqqabatu innii namasaa hin gatuu
Ebbiffamaa namaa waqayyoo bagaa waqayyoo garaa kessan dhufee ibisaa gararaa ta'aa muladha
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
🎉❤❤❤
Baddii diqala kijibduu
@@SadaGabi-ou7lr #Dhaggeeffadha 👇 Maalif Amantii Isaa Jijjiratee?🤔 Dhoksaa Amantii #Muslima Keessa Jiru ...👇 ua-cam.com/video/CxQiZQuLtXM/v-deo.html&si=_CQ9WLMS3TuOZzQQ
Ati Zeeman kee wara oktodoksif ta,a isaanis fakkaata😢
Qaxalee namaa baguma uumamte dhugaa waaqayyoo ammayyuu ayyaana dachaa siif haa kennu❤❤❤❤❤❤❤❤
God bless you bro
@@MISSIONARYOBSEASRATOFFICIAL Amen amen.
Dhiifama gaafachuun kee waan guddaadha waan sirrii biroo sirraa eegnaa
🎉
Inni guddaan ati dogoggorakee hubattee qaama dhiifama gaafachuu maltu gaafachuukeeti. Gara fuula durastti iyyuu faarfannaa kan mataa kee Waaqa harkaa fudhachuu bari malee kan nama biraatti hin rarra'in.
Bagaa ittin siga,e
😅😅😅😅🤨🤨🤨🤨🤨🤨👊👊👊
Uuuuuuff yesusiif. Galannii hatahuu ulfadhuu yesus koo haleluyaa
Nagaan waaqayyoo isin yaa baayyaattuu obbollootaa koo Akkam jirtu Maati naaf tahi atillee
Ammmmmen
Sirrii jedhe jireenya bara baraati caala
Boooo keee bekiii back
❤❤a
Waqaayoo si haa gargaruu ammaa dhumaati jabeessee si haa dhaabuu nama waqaayoo 🙏🙏🙏🙏
Ebbifaamii guddaa
Jiraa iyyasus
Jiraa iyyasus
❤❤❤
Us 🤫🤫Dawit bakkaa Attii oltuu ķan hin oluu Namaa Ayaannii waaaayyoo iraa jiruu dhaa❤
Bagaa dhûgaan jirtuu sifgalee atii maltuusirakiisee jabadhuu
Baga dhugaa siif gale qooqaa fi ogummaa walaloo uumaan kee siif kenneen ibsite. Silas kun kan isaan hingammachiifne akka jiran ifa galaadha. wangeelli dhiibbaa keessa darbee mo'a. akkuma Gooftaan abdachiisetti ati gatii kee isa biraa inargatta. jaabaadhu, inni waamee ergaa kanaaf sidibe yeroo hunda bakka hundatti siwaliin akka jiru dubbateera. kunimmoo dhugaadha.
Ebbifamii dawe kenyaa ayyani issaa sif ha battatuu kan caallatii
👍👍👍👍👍👍💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖ebbifami barri keesani gutuni Kani ebba haa ta, u
❤️❤️❤️❤️❤️❤️ebifamii
Wangeeli sirbituutti mitii mootiittuu ni lallabama📖📖📖📖📖📖📖
❤❤❤
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
𝕄𝕒𝕒𝕝𝕚 𝕒𝕥𝕚 𝕘𝕒𝕣𝕦𝕦😅😅😅😅
Baraa jireenyaa kee gutuu ayyani waqayoo dachaa dachaa si aa eguu si aa ebbisuu ebbifami darbii jiradhu Amman siin argiin
Qormaata baayyyee salphaadha, daandii ganamaa qofa fayyadamuudha. Jallachuun .......... akkuma maqaa isaa taha murtiin
Ebbifami dawit kenyaa jabaadhu
mataa dhiraat dawit ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Maal aboko
Kun deebii namoonni kennan adda baasuuf kan gaafatameedha! Adda baasa warri cal jettanii #Dawitin qeeqtan.
Waraa balagedhaa warii farfachaa sirbaa basanii debianiimoo farfatuu wariii akasii waraa biyaa lafaa fatii garuu of tutuuluu isan garaa deman in bekanii burqan toko bishan lamaa qabaree jedhee pawulos garbichii waqayoo warii waa lamaa fakatan debiiaa garaa yesusitii isamalee karan garaa abatiii namaa gesuu in jiruu warii kanaa dubistaan undii
😂kun hadheessummaadha kan hojii qabu in hojjeta inni kaan garuu isa hojjetu hadheessuun baramaadha hadheessummaa keessaan dhaaba
Daawween warra sirbuyyu gara jireenyaatti waamaa jira Oduu duwwaa nana🙄😳
Amma maal haasoftu hadheessitoota 😭😭😭😭
Wer😏😏
Yaa waqayyoo nutti araarami maloo wotii badufii manaa ketii akaa dhabanee
Atii oduu malee wa,ee hini bastuu sitii Haa hafuu dhisii hini fokisaa siraa 😂😂😂😂 4:42
Afuuftu devon keenya kan akka kee miti