MARASIF
MARASIF
  • 20
  • 2 635
የማይታይ፣ መከላከል የሚቻል ዝምተኛው ገዳይ በቤትዎ ውስጥ:አሁን በቤትዎ ውስጥ ሊኖር ይችላል? ደህንነትዎን ይጠብቁ#ethiopianews #healthy
በዚህ ቪዲዮ ውስጥ የካርቦን ሞኖክሳይድ መመረዝ እንዴት እንደሚከሰት፣ ልንጠነቀቅባቸው የሚገቡ የማስጠንቀቂያ ምልክቶች እና ቀላል ነገር ግን ራስዎን ለመጠበቅ ወሳኝ እርምጃዎችን እንመረምራለን። CO ፈላጊዎች እንዴት ህይወትን እንደሚያድኑ፣ የካርቦን ሞኖክሳይድ ፍንጣቂዎችን እንዴት መከላከል እንደሚችሉ እና በተጋላጭነት ጊዜ ምን ማድረግ እንዳለቦት ይወቁ። የእርስዎ ደህንነት አስፈላጊ ነው!"
Переглядів: 45

Відео

Diina hirribaa.dhuguma waa’ee hirribaa hangam beekta?#oromo #oromomusic#oromotube
Переглядів 742 місяці тому
viidiyoon kun barnoota jajjabduu nama hundaaf barbaachisu fayyaa hirribaan walqabatu irratti isiniif dhiheessa. kunis gufuulee ykn diinonni hirribaa maal akka ta'anii fi furmaanni isaanii maalfaa akka ta'e gaggabaaabsee isin barsiisa.subscribe gochuudhan barnoonni akkasii akka isin hindabarre yuutubi kana firoomfadhaa.@DrNafyadGetuOfficial @DrNafyadGetuOfficial
Gorsa fayyaa Barbaachisaa Fayyadamtoota Bilbilaa, Laaptooppii fi Deeskitooppiif,jallina mormaa
Переглядів 562 місяці тому
viidiyoon kun rakkoo hawaasa baldhaa kan ta'e fi babaldhina teknoolojii ammayyaa wojjin walqabataa kan ta'e dhukkubbii lafee dugdaa irratti ibsaa uf-eeggannoolee barbaachisaa ta'an kan isin barsiisuudha.hanga dhumaatti ilaaluudhaan irraa fayyadamaa.akka namni biraallee irraa fayyadamuuf ammoo like gochuudhaan eegalaa.subscribe yoo gootan ammoo anaafis isiniifis faayidaa cimaa qab.
Hadaraa ufeegaa ,akeekkachiistuu Hospitaala Barbaachisoo: Akeekkachiisa Hubachuu , Lubbuu Eeguu.
Переглядів 923 місяці тому
Viidiyoo odeeffannoo guddaa isiniif kennu kana keessatti, mallattoolee akeekkachiistuu murteessoo ta’an hospitaalota keessatti argaman, hiika isaanii wojjiin isiniif dhiheessa. Mallattoolee kana hubachuun hojjettootaafi daawwattootaaf naannoo nageenya qabu mirkaneessuuf murteessaadha. Hiikaa fi barbaachisummaa mallattoo tokkoon tokkoon isaanii yeroo ibsinu , balaawwan mudachuu danda’an adda baa...
nama gaggabdoon kuffise yeroo gargaartu tasuma akkas hin godhin.
Переглядів 833 місяці тому
Viidiyoo odeeffannoo qabu kana keessatti, nama dhukkubni gaggabdoo isa mudateef deebii kennuudhaaf wanta murteessoo ta'an kan namni hund beku qabu ibsameera. Waa’ee yaada dogoggoraa barame fi gochoota miidhaa geessisan irraa fagaachuu qabdan kanneen akka: Gonkumaa isaan gadi hin qabatin: Waan kamiyyuu afaan isaanii keessa kaa’uu irraa of qusadhaa: Hin rifatin: Tasgabbaa’uun akkamitti siifi nama...
Unlock Your Potential: Life-Changing Motivation to Stay Healthy & Fit
Переглядів 383 місяці тому
Are you ready to unlock your true potential and take control of your health? In this video, we explore the transformative power of exercise-not just for your body, but for your mind and future. Staying fit and healthy isn't about short-term goals; it’s about embracing a lifestyle that ensures lasting happiness, energy, and freedom. Whether you’re looking to reduce stress, prevent disease, or si...
5 First Aid Mistakes You MUST Avoid When Treating Burns
Переглядів 613 місяці тому
Burn injuries can happen in an instant, and your response matters. In this video, we'll explore 5 critical first aid mistakes people often make when treating burns and how to avoid them. From applying the wrong ointments to dangerous home remedies, learn the right techniques to protect yourself and your loved ones. Don't make these errors - watch now to ensure you're prepared for burn emergencies
Who Stole Your Memory? Discover the 5 Hidden Causes of Brain Fog
Переглядів 513 місяці тому
ver wondered why your memory seems to fade so quickly? Something-or someone-might be stealing it! In this video, we uncover the 5 sneaky culprits that rob your brain's memory and focus every day. From social media distractions to poor sleep habits, these common "memory thieves" may be holding your brain back. Want to improve your focus, clarity, and memory power? This 2-minute video will reveal...
maatii ykn ufiifis Rakkoolee Xiin-sammuu Hatattamaa To’achuu.(Handling Emergency Psychiatric Crises)
Переглядів 1083 місяці тому
viidiyoon kun ergaa ariifachiisa maatiis ta'ee nama kan biraa Rakkoolee Xiin-sammuu Hatattamaa mallattoo akkamii akka agarsiisu akkamitti akka itti dhihaannuufii xaxaa ykn balaalee kanaan walqabatanii dhufuu malan kan akka uf ajjeesuu,qabeenya barbadeessuu ,balaa nama irraan gahuu fi baqatanii baduu akkasumas sadarkaa yaalamanii fayyuu hin dandeenye irra gahuu faa hambisuuf tooftaalee akkamii a...
በወጣትነት እርጅና ወይም ያለጊዜው የቆዳ እርጅና 8 ምክንያቶች.8 common reason of premature skin aging
Переглядів 813 місяці тому
ያለጊዜው የቆዳ እርጅና ይጨነቃሉ? በዚህ ቪዲዮ ውስጥ የቆዳዎን እርጅና ሊያፋጥኑ የሚችሉ 8 ምክንያቶችን እንመረምራለን. እና በይበልጥ የመከላከያ ዘዴዎች ላይ እናተኩራለን. #ፀረ-እርጅና
አደገኛ የማህበራዊ ሚዲያ ሱስ የጤና ችግሮች.ከሆድ ድርቀት እስከ አንጎል ጉዳት አስቂኝ ግን ከባድ መልእክት.Social Media's HiddenHealthRisks
Переглядів 1133 місяці тому
ይህ ቪዲዮ የማህበራዊ ሚዲያ ሱስ ሊያስከትል የሚችለውን አደጋ እና በጤና ላይ የሚያደርሰውን ጉዳት ይዳስሳል።አስቂኝ ቢመስልም በማህበራዊ ሚዲያ ሱስ ውስጥ ላሉ እና በሱ ታንቆ ላሉ ሰዎች በጣም አሳሳቢ መልእክት አለው። This video explores the potential dangers of social media addiction and its detrimental effects on health.even if it seems funny it has very serious message for those who are in severe form of social media addiction and stragling with it.
GAT ለማለፍ ቁልፍ ስልቶች, strategic approach to pass GAT exam
Переглядів 7414 місяці тому
የGAT ፈተና ስኬትን ክፈት፡ ይህ ቪዲዮ ፈተናዎን ለማሳካት ዋና ዋና ስልቶችን ያካትታል
DHIBEE 10 BISHAAN GAHAADHUGUU DHABUUN DHUFAN,(10 health problem arise from low water intake)
Переглядів 2075 місяців тому
dhibeeleen hedduun bishaan gahaa dhuguu dhabuurraa akka dhufuu malan vedio kana kessatti ibsameera. haga dhumatti dhaggeeffachuudhaan irraa fayyadamaan dhaamsa keenya.
wantoota 8 gogaa fuula namaa umrii malee dulloomsan .8 risky behavior for premature skin aging.
Переглядів 3086 місяців тому
wantoota 8 gogaa fuula namaa umrii malee dulloomsan .8 risky behavior for premature skin aging.
Unlocking the Mysteries of Sleep: A Visual Tour
Переглядів 457 місяців тому
Unlocking the Mysteries of Sleep: A Visual Tour
tips to prevent constipation
Переглядів 478 місяців тому
tips to prevent constipation
Impact of Computer Light on Eye Health
Переглядів 1178 місяців тому
Impact of Computer Light on Eye Health
The Scariest Communicable Diseases in History
Переглядів 218 місяців тому
The Scariest Communicable Diseases in History

КОМЕНТАРІ