- 16
- 344 653
Donkey Tube - Afaan Oromoo
United States
Приєднався 24 тра 2024
Donkey Tube-Afaan Oromoo
viidiyoowwan Jaallatamoo kanaan dura fuula yuutiyuubii donkey tube irratti ilaalaa turtan amma immoo gara afaan oromootti hiikamuun fuula yuutiyuubii Doonkii Tube Afaan Oromoo jedhu irratti haala bareedan isiniif dhiyaatera
Sabiskiraayib gochuun maatii yaa taanu.

Imimmaan Isheen Akkamitti Dhaabu? kutaa 16ffaa #ijoolleeqaxalee #ijoollee #afaanoromoo
Tajaajila Donkey tube kennu argachuuf liinkii armaan gadii fayyadamaa!
storm-visage-37a.notion.site/Donkey-Tube-f04852259266406cb80ff5ca88050e8a?pvs=4
Kessummaan keenya Ijoolee qaxalee keenya har'aa Ye arseemaa Saffiineh jedhamti.Maarqosii kan dhufte yommuu ta'u koomediyaan Isheetun yeroo argattu baay'ee waan yaaddef ni boosse. Akkasumas haalaa dubbii namatti toluun yeroo gaarii Koomeediyaan Isheetuu waliin dabarsitetti.
Hanga dhumaatti nu waliin ta'uun nu hordofa!
Koomeediyaan Isheetun Warri Ijoollee Isaanii Fuulduratti Waan Dubbatan, Dhagahanii fi Hojjatan Irratti Of Eeggannoo Guddaa Gochuu akka Qaban ni Amana
Sababni isaas Ijoolleen Akkasitti Waa'ee Addunyaa Baru. Warri Yeroo Hunda Haasaa Jibbiinsaa hasa'aa Fi Dhaggeeffachaa kan Jiran Yoo Ta'e Daa'imni Dhiibbaan guddaa Akka irra ga'u Ifadha. Egaa Kaayyoon Qophii Kanaa Guddaan Ge'eessonni Hirriba Gadi Fagoo Isaan Keessa Jiran irraa Dammaqsuudha.
Akkasumas Qophii Kana Keessatti Warri isaanii Waa'ee Sabaa, Namummaa, Jaalala, Nagaa, Safuu, Fi Egeree Addunyaa Ijoolleen Isaanii Waan Jedhan fi Yeroo Keessummeessan Koomeediyaan Isheetuu Waa'ee Addunyaa Isaan Gaafatu maal akka deebisan dhageessissuu barbaada. Agarsiisni kun ga’eessotni
akkaataa ijoollee isaanii of eeggannoodhaan guddisan barsiisuun, odeeffannoo hin barbaachifne irraa akka eeganiif kan qophaa’edha.
✅Foolowi fi sabiskiraaybi kanaan gadirratti nu godha!
Facebook: web. eshe.melesse
Instagram: comedian.eshetu
TikTok: www.tiktok.com/@comedian_eshetumelese?lang=en
Donkey English www.youtube.com/@Donkeyenglish
Donkey በጎ www.youtube.com/@Donkeybego
Donkey Tube Academy www.youtube.com/@donkeytubeacademy
#kalaqanentertainment
#hirkoo
#Dibaabeehirkoo
#DondaldTiraamp
#Haaris
#Raashiyaa
#Yukireen
#Kaamalaahaaris

Переглядів: 3 887
Відео
Namni isaan hin eegne fuula isaanii bira dhufee isaanif sirbe! kutaa 15ffaa#ijoolleeqaxalee#ijoollee
Переглядів 5 тис.14 годин тому
Tajaajila Donkey tube kennu argachuuf liinkii armaan gadii fayyadamaa! storm-visage-37a.notion.site/Donkey-Tube-f04852259266406cb80ff5ca88050e8a?pvs=4 Keessummaan keenya ijoollee qaxalee keenya har'aa Heeranifi Sooliyaanaa jedhamu.lakkuuleefi qaroo dhabeessa yommuu ta'an.ijoollee baay'ee qaxaleefi hubannoo guddaa qabanidha. Artiistii beekkamaa Itoophiyaa kan ta'e Daawwit Tsiggeen Qaaman argachu...
Namoota Sababa Waraanatin Buqqa'aniif Ittigaafatamummaa Nan Fudhadha! Kutaa 14ffaa #ijoolleeqaxalee
Переглядів 8 тис.День тому
Tajaajila Donkey tube kennu argachuuf liinkii armaan gadii fayyadamaa! storm-visage-37a.notion.site/Donkey-Tube-f04852259266406cb80ff5ca88050e8a?pvs=4 Keessummaan keenya har'aa Ameen kafyaalew jedhama.sababa maatin mana kessatti walitti bu'aniif koomediyaan isheetudhaf kan ibsu yoo ta'u.istidiyoo kee gad siif hin laqqisu jechuun isa doorsisa akkasumas hiryaa isaa gaaffii natti heerumta kan gaaf...
Ingiliffaan Natti Muddite Kutaa 13ffaa #ijoolleeqaxalee #afaanoromoo #oromo #2024
Переглядів 11 тис.День тому
Tajaajila Donkey tube kennu argachuuf liinkii armaan gadii fayyadamaa! storm-visage-37a.notion.site/Donkey-Tube-f04852259266406cb80ff5ca88050e8a?pvs=4 Keessummaan keenya ijoollee qaxalee keenya har'aa ruut yeshiiwarq jedhamti.afaan ingiliffaa haala gaarin kan dubbattu yoo taatu.koomediyaan isheetudhaan illee si caalaa nan danda'a jettee isa dorgomti.afaan 4 illee akka dandeessuu nutti himti. Ak...
Dooktra Deessisaa Waggaa 6 Kutaa 12ffaa#ijoolleeqaxalee #afaanoromoo #oromo #2024 #doctor
Переглядів 5 тис.14 днів тому
Tajaajila Donkey tube kennu argachuuf liinkii armaan gadii fayyadamaa! storm-visage-37a.notion.site/Donkey-Tube-f04852259266406cb80ff5ca88050e8a?pvs=4 keessummaan keenya ijoollee qaxalee keenya har'aa Haabtaamuu Tashaagar jedhama.Mucaa wagaa 8 yoo ta'u Gadabiy iddoo jedhamuu dhufe.yeroo ammaa kana kaboota guurun akkasumas maatii isaa qonnaan gargaaraa jira.yeroo guddatu immoo dooktara ta'ee haa...
Ittoon Foonii Mana keenyatti Jeneraaladha!! kutaa 11ffaa #ijoolleeqaxalee #afaanoromoo #oromo #2024
Переглядів 12 тис.14 днів тому
Tajaajila Donkey tube kennu argachuuf liinkii armaan gadii fayyadamaa! storm-visage-37a.notion.site/Donkey-Tube-f04852259266406cb80ff5ca88050e8a?pvs=4 keessuummaan keenya ijoollee qaxalee keenya har'aa Daanawit Barahee jedhamti.daa'ima waggaa 9 yoo taatu,intala qaxalee waa'ee walitti dhufeenya hawaasummaa beektufi bilisa kan taate dha. Daanawit yeroodhaaf sababa dhukkubaatiin barumsa irraa faga...
Akka Biiniyaam belexee ta'uun barbaada...nama gargaaruuf nama ta'uun gahaadha! Kutaa 10ffaa
Переглядів 8 тис.21 день тому
Tajaajila Donkey tube kennu argachuuf liinkii armaan gadii fayyadamaa! storm-visage-37a.notion.site/Donkey-Tube-f04852259266406cb80ff5ca88050e8a?pvs=4 Keessummaan keenya ijoollee qaxalee keenya har'aa Batsaloot takattal jedhamti.umuriin ishee 6 yeroo ta'u. yeroo guddattu akka biiniyaam bellexee ta'uu barbaaddi.dhuma viidyoo kanaa irrattis koomeediyaan isheetuu waliin ta'uun iddoo ajaa'ibsiisaa ...
Obboleewwan Koo fi Haadha Koo Kan Raffisu Ana dha! Kutaa 9ffa#ijoolleeqaxalee #afaanoromoo#2024
Переглядів 15 тис.21 день тому
Tajaajila Donkey tube kennu argachuuf liinkii armaan gadii fayyadamaa! storm-visage-37a.notion.site/Donkey-Tube-f04852259266406cb80ff5ca88050e8a?pvs=4 Keessummaan ijoollee qaxalee keenya har'aa Maramawit daani'el jedhamti.intala waggaa 5ti. Mana keessatti itti gaafatamumman koo huccuu miicisiisufi haadhafi obboleewwan koo raffisuudha jetti.namni nama hamaa barsiisuu malee haaloo irratti ba'uu h...
Dhalachuu koon dura si'i ilaalaan ture!!! Kutaa 8ffaa #ijoollee #ijoolleeqaxalee
Переглядів 20 тис.Місяць тому
Koomeediyaan Eshetun Warri Ijoollee Isaanii Fuulduratti Waan Dubbatan, Dhagahanii fi Hojjatan Irratti Of Eeggannoo Guddaa Gochuu akka Qaban ni Amana Sababni isaas Ijoolleen Akkasitti Waa'ee Addunyaa Baru. Warri Yeroo Hunda Haasaa Jibbiinsaa Hainklejochasa'aa Fi Dhaggeeffachaa kan Jiran Yoo Ta'e Daa'imni Dhiibba guddaa Akka irra ga'u Ifaadha. Egaa Kaayyoon Qophii Kanaa Guddaan Ga'eessonni Hirrib...
Matta'aan Oduu Gandaati!!'Kutaa 7ffaa@comedianeshetu #dinklejoch#ijoolleeqaxalee
Переглядів 12 тис.Місяць тому
Tajaajila Donkey tube kennu argachuuf liinkii armaan gadii fayyadamaa! storm-visage-37a.notion.site/Donkey-Tube-f04852259266406cb80ff5ca88050e8a?pvs=4 Koomeediyaan Eshetun Warri Ijoollee Isaanii Fuulduratti Waan Dubbatan, Dhagahanii fi Hojjatan Irratti Of Eeggannoo Guddaa Gochuu akka Qaban ni Amana Sababni isaas Ijoolleen Akkasitti Waa'ee Addunyaa Baru. Warri Yeroo Hunda Haasaa Jibbiinsaa Haink...
Ani Perezedaantii Ameerikaati! Kutaa 6ffaa #america #oromo #ijoollee #2024 #president #dinqlejoch
Переглядів 24 тис.Місяць тому
Tajaajila Donkey tube kennu argachuuf liinkii armaan gadii fayyadamaa! storm-visage-37a.notion.site/Donkey-Tube-f04852259266406cb80ff5ca88050e8a?pvs=4 Koomeediyaan Eshetun Warri Ijoollee Isaanii Fuulduratti Waan Dubbatan, Dhagahanii fi Hojjatan Irratti Of Eeggannoo Guddaa Gochuu akka Qaban ni Amana Sababni isaas Ijoolleen Akkasitti Waa'ee Addunyaa Baru. Warri Yeroo Hunda Haasaa Jibbiinsaa Haink...
Zeemaa Yaared Har'a Badhaasa Miiliyoona Wallakkaadhaa Ol Baasu Badhaafamteetti! Kutaa-5ffaa
Переглядів 35 тис.Місяць тому
Koomeediyaan Eshetu Warri Ijoollee Isaanii Fuulduratti Waan Dubbatan, Dhagahanii fi Hojjatan Irratti Of Eeggannoo Guddaa Gochuu akka Qaban ni Amana Sababni isaas Ijoolleen Akkasitti Waa'ee Addunyaa Baru. Warri Yeroo Hunda Haasaa Jibbiinsaa Haasa'aa Fi Dhaggeeffachaa kan Jiran Yoo Ta'e Daa'imni Dhiibba guddaa Akka irra ga'u Ifaadha. Egaa Kaayyoon Qophii Kanaa Guddaan Ga'eessonni Hirriba Gadi Fag...
Ani Beekamtuudha!!!Kutaa-4ffaa#donkeytube#comedianeshetumelese #ijoolleeqaxalee#famous
Переглядів 8 тис.Місяць тому
Koomeediyaan Eshetu Warri Ijoollee Isaanii Fuulduratti Waan Dubbatan, Dhagahanii fi Hojjatan Irratti Of Eeggannoo Guddaa Gochuu akka Qaban ni Amana Sababni isaas Ijoolleen Akkasitti Waa'ee Addunyaa Baru. Warri Yeroo Hunda Haasaa Jibbiinsaa Haasa'aa Fi Dhaggeeffachaa kan Jiran Yoo Ta'e Daa'imni Dhiibba guddaa Akka irra ga'u Ifaadha. Egaa Kaayyoon Qophii Kanaa Guddaan Ga'eessonni Hirriba Gadi Fag...
Mana Teedii Afroottin Dhaqna Koo Dhiqadhee Dhufe! Kutaa 3ffaa #comedianeshetu #comedianeshetumelese
Переглядів 48 тис.Місяць тому
Koomeediyaan Eshetun Warri Ijoollee Isaanii Fuulduratti Waan Dubbatan, Dhagahanii fi Hojjatan Irratti Of Eeggannoo Guddaa Gochuu akka Qaban ni Amana Sababni isaas Ijoolleen Akkasitti Waa'ee Addunyaa Baru. Warri Yeroo Hunda Haasaa Jibbiinsaa Hainklejochasa'aa Fi Dhaggeeffachaa kan Jiran Yoo Ta'e Daa'imni Dhiibba guddaa Akka irra ga'u Ifaadha. Egaa Kaayyoon Qophii Kanaa Guddaan Ga'eessonni Hirrib...
Artist Issubaalewn Qunnamuu Nan Barbaada -Kutaa 2ffaa #comedianeshetu #comedy #ebs#funny 2024
Переглядів 36 тис.Місяць тому
Koomeediyaan Eshetun Warri Ijoollee Isaanii Fuulduratti Waan Dubbatan, Dhagahanii fi Hojjatan Irratti Of Eeggannoo Guddaa Gochuu akka Qaban ni Amana Sababni isaas Ijoolleen Akkasitti Waa'ee Addunyaa Baru. Warri Yeroo Hunda Haasaa Jibbiinsaa Hainklejochasa'aa Fi Dhaggeeffachaa kan Jiran Yoo Ta'e Daa'imni Dhiibba guddaa Akka irra ga'u Ifaadha. Egaa Kaayyoon Qophii Kanaa Guddaan Ga'eessonni Hirrib...
Dr. Abiy Abbaa koo,Takkalaa Uumaan immoo Akaakayyuu koo natti fakkaatu ture!! kutaa-1ffaa #irrecha
Переглядів 95 тис.Місяць тому
Dr. Abiy Abbaa koo,Takkalaa Uumaan immoo Akaakayyuu koo natti fakkaatu ture!! kutaa-1ffaa #irrecha