- 85
- 90 205
MILKI MEDIA
United States
Приєднався 29 лют 2020
MILKI MEDIA n akkuma maqaasheeti. Karaa ittiin milkaa’uu dandeessan isin agarsiisuuf dhamaati.Namni tokko milkaa’uuf waan baayyeetu isarraa eegama.Isaan keessaa fayyaa ta’uun isa bu'uuraati ;miidiyaan keenya waa’ee fayyaa keessanii odeeffannoo garaa garaa yeroo adda addaatti isinii laatti.Xiyyeeffannoon miidiyaa keenyaa inni kan biraan muuziqaa dha.Muuziqaan mi’eessituu jireenyaati.Channeln keenya muuziqaawwan garaa garaa yaada ofiishee irratti laachuudhaanii fi lyrics isaa isinii barreessuudhaan akka bashannantaniif isinii dhiyeessa.Kana qofa osoo in taane dhimmoota ispoortii fi hawaasummaa garaa garaarrattis odeeffannoo fi hubannoo isinii laatti.Waliin taanee dhaloota milkaa’aa haa uumnuun dhaamsa MILKI MEDIAti. Channel keenya kana Subscribe, like, share, comment gochuun maatii keenya akka taatan kabajaan isin gaafanna.
MILKI MEDIA
IMALA MILKAA’INAATIIF!
MILKI MEDIA
IMALA MILKAA’INAATIIF!
Відео
faarfannaa afaan oromoo durii walitti fufaa faarsaa oromoo
Переглядів 1364 місяці тому
#faarfannaa_afaan_oromoo #faarfannaa_haaraa #Oromo
Faarfataa Phawulos Tegegn cidharratti Singer Paulos Tegegn amazing worship
Переглядів 5658 місяців тому
#Faarfannaa #Oromoo #Cidha #worship
Cidha Oromoo Minnessota part 1 Ethiopian Oromo wedding in Minnessota 2024
Переглядів 10 тис.9 місяців тому
#Oromo #Wedding #Cidha #Faarfannaa #Minnessota
Cidha Oromoo bareedaa Minnessota 2024 Best Ethiopian Oromo wedding in Minnessota USA
Переглядів 26 тис.9 місяців тому
#Wedding #Cidha #Oromoo #Ethiopia #USA
cidha oromoo faarfannaa wajjin Oromo Ethiopian amazing wedding 2024
Переглядів 12 тис.10 місяців тому
#Cidha #Wedding #oromo #Ethiopia
አቶ ገዱ በምክር ቤቱ ያደረጉት የተቃውሞ ንግግር gedu andargachew opposed state of emergency
Переглядів 455Рік тому
#Ethiopia #Amhara #Abiy_Ahmed
koomeedii afaan oromoo haaraa 2023 QAMADIIKOO new oromo comedy
Переглядів 1,2 тис.Рік тому
#diraamaa #oromo #comedy #jawarmohamed #oromotiktok #ethiopiantiktok #MIILTOO_COMEDY #milki_media
Koomeedii afaan oromoo haaraa NA KAASAN 2023 new oromo comedy
Переглядів 6 тис.Рік тому
Koomeedii afaan oromoo haaraa NA KAASAN 2023 new oromo comedy
Koomeedii afaan oromoo 2023 haaraa Birrii uummataa new oromo comedy
Переглядів 778Рік тому
Koomeedii afaan oromoo 2023 haaraa Birrii uummataa new oromo comedy
Minnessota down town drive walk tour Addis Ababa walk tour 2023
Переглядів 83Рік тому
Minnessota down town drive walk tour Addis Ababa walk tour 2023
Passport baafachuuf beellama akkamitti qabatu ፓስፖርት ቀጠሮ እንዴት ልያዝ Ethiopian passport appointment
Переглядів 152Рік тому
Passport baafachuuf beellama akkamitti qabatu ፓስፖርት ቀጠሮ እንዴት ልያዝ Ethiopian passport appointment
Forforii rifeensaa fi furmaatasaa causes of dandruff and how do you get rid of it ፎርፎር ማጥፊያ መንገዶች
Переглядів 6852 роки тому
Forforii rifeensaa fi furmaatasaa causes of dandruff and how do you get rid of it ፎርፎር ማጥፊያ መንገዶች
Milki Median Bara 2015tti Maal Hawwa? Dr Naa'ol Maal jechaa jira?
Переглядів 1202 роки тому
Milki Median Bara 2015tti Maal Hawwa? Dr Naa'ol Maal jechaa jira?
Dhibee kalee mallattoo fi furmaata Kidney diseases cause treatment ኩላሊት ሕመም መፍትሄ
Переглядів 1022 роки тому
Dhibee kalee mallattoo fi furmaata Kidney diseases cause treatment ኩላሊት ሕመም መፍትሄ
Mataa dhukkubbii fi furmaatasaa? Headache solution ራስ ምታት መፍትሄ
Переглядів 2,1 тис.2 роки тому
Mataa dhukkubbii fi furmaatasaa? Headache solution ራስ ምታት መፍትሄ
HOW TO DRINK WATER? Akkamitti bishaan dhugna?
Переглядів 1472 роки тому
HOW TO DRINK WATER? Akkamitti bishaan dhugna?
Democracy for youth!Youth for democracy
Переглядів 1062 роки тому
Democracy for youth!Youth for democracy
Akkamittiin youtube channel banatu?How to open youtube channel
Переглядів 472 роки тому
Akkamittiin youtube channel banatu?How to open youtube channel
Geerarsa oromoo ajaa'ibaa!!new oromo Geerarsa 2022
Переглядів 4052 роки тому
Geerarsa oromoo ajaa'ibaa!!new oromo Geerarsa 2022
Qormaata Hakiimummaa Dubai Akkamiin Qoramna? How to apply for DHA Exam (Dubai Health Authority)
Переглядів 6222 роки тому
Qormaata Hakiimummaa Dubai Akkamiin Qoramna? How to apply for DHA Exam (Dubai Health Authority)
Scholarship Argachuuf Mala Baayyee Salphaa Free scholarship For Ethiopians 2023
Переглядів 1,2 тис.2 роки тому
Scholarship Argachuuf Mala Baayyee Salphaa Free scholarship For Ethiopians 2023
MILKI MEDIA! Imala Milkaa'inaatiif!Miidiyaa Haaraa Dr Naol Olanatiin hundeeffame.
Переглядів 4112 роки тому
MILKI MEDIA! Imala Milkaa'inaatiif!Miidiyaa Haaraa Dr Naol Olanatiin hundeeffame.
Hakiimni waldhaansa lafee ergaa jabaa nuu dhaaman!
Переглядів 4352 роки тому
Hakiimni waldhaansa lafee ergaa jabaa nuu dhaaman!
CIDHA AADAA OROMOO MIIDHAGAA Best Oromo Wedding Ceremony
Переглядів 8672 роки тому
CIDHA AADAA OROMOO MIIDHAGAA Best Oromo Wedding Ceremony
JI'A 3 QOFATTI INGILIFFA SIRRIITTI BARUUF? How to learn English in 3 months
Переглядів 1623 роки тому
JI'A 3 QOFATTI INGILIFFA SIRRIITTI BARUUF? How to learn English in 3 months
Jaalala sobaa akkamitti barta How to know false love??
Переглядів 2753 роки тому
Jaalala sobaa akkamitti barta How to know false love??
quunnamtii saalaa dabaluuf maal godhu? የ ግብረ ሥጋ ግንኙነት ፍላጎት ለ መጨመር
Переглядів 2043 роки тому
quunnamtii saalaa dabaluuf maal godhu? የ ግብረ ሥጋ ግንኙነት ፍላጎት ለ መጨመር
Ajaa'ibawwan Irreechaa 2021(Bulloon Garmaamu Tola)
Переглядів 863 роки тому
Ajaa'ibawwan Irreechaa 2021(Bulloon Garmaamu Tola)
eteenuu bayyee namatti tola dhugaa ijja hamaa irra hafaa gooftan koo isiin wajjin haa jiraatuu hangaa dhuma mootuma isatti
Wawoo gayilaa milkii.kan Ebbifamii ❤❤❤sinfii yaa ta'uu❤❤❤horaa bayyadha
WAWOO.❤❤❤❤❤❤❤
Galatoomaa
Wooow baayee namatii tolee kaa eeebbaa isinif❤❤❤❤❤❤❤❤
Galatoomaa
Galatoomaa
Congratulations 🎊 👏 ❤❤ horraa bayyadha 🎉🎉
Galatoomi
Horaa bayy'adha debanaa❤❤
Galatoomaa
Ebaffam🙏🙏🙏🙏
Galatoomi
Lakkof
Oh dhugaa biyya kana deemee fudhuu barbaada akkatii kadhiima achii osoo argadhee niin barbaada wly
😭😭😭
As wr wb mee Lakkofsa keessan naafi baresa wani isin gafadhu qaba
Please doctor Anii gadamesaa Koo caffii isaa irratii wanii ta'ee wayyii bahee jiraa naa hokisisasii maloo Mali gochuu danda'aa Ani ganaa umurii Koo Waggaa 23ttii waliqunamit salasii Rawadhee bekkuu 😢😢😢
anis nii qaba sukara garu sukara fayun nii danda,ama pls 😭😭😭😭😭😭😭
Malin firaa dhorakan
Maloota baayyeetu jira video keenya ilaali
Iti nafufi me dawwa isa naf himi malo anale naqabe jira😢😢😢😢😢
Fudhachaa jirtamoo in jirtu dawaasaa ati
Doctor kan keessa deemee nama nyaatu ykn qileensa nama dadhabuu maalii
Mee sirriitti naaf ibsi gaaffiikee
Wowowowo Wowowowo waqayyoo barafi jirenyaa kessan haa Ebbisu dachaa dachaa dachaa baye baye bareda dhugaa ijara hafaa dhugaa ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Galatoomi
Hadaa rabbii naa baresii mee dhukubaa kanaa qabaa anii biyyaa ormaa jiraa😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Gaaffiinkee maaloodha
Ngy dot mee bilbilaa kee nuu maxasii pellets
Gaaffiikee naa maxxansi
Dawani isaa mali mee nfi debisaa Dotori
ጂቱ
ቀሚስሽ ያምራል መልካም ሠርግ
Bayye baredu ❤❤❤❤❤❤
Galatoomi
Wawo bayee bareduu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Galatoomi
May God bless you with 10 Oromo kids! Amen!
Galatoomaa
May God bless you with 7× Oromokoo 🙌🙌
Thanks
wwwww bayye namati tola ebifama❤❤❤❤❤❤
Galatoomi
አንሚልኪ ስኒ ያተሁ ባዬ በሬዱ ኦሮሞኮ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Galatoomi
Wooow baayee namatii tolee kaan eebbaa isinif haa tauu❤❤❤❤❤❤❤
Galatoomi
Wow wow ebifaamaa ebifaamaa daacha Congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉🥳
Galatoomi
Congratulations 🎊🎈🎉 baaga geessinni ❤❤❤❤❤❤
Galatoomi
Horaa bulaa holini urami turaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Galatoomaa
wedding actually looks lit
Galatoomi
Dokter baaye galatoma
Galatoomi
Baga gammaddan, waaqayyoo bara jireenya keessan kan milkoominaa akka isiniif ta'un hawwa
Galatoomi
wooww waaqayyoo koo biiyyaa kana akkaan deeme saba kee akkaasi wajjiin akkaan sii waaqeeffaadhuu nama tokko naaf kaasi
Bayyee namatii tolaa horaa qomaa fi dugdaatii badhaa
Galatoomi
Woooww bayee namatii waqaa waliin isinaa jirachisuu
Galatoomi
❤❤❤
Galatoomi
Baga gammaddan, waaqayyoo bara jireenya keessan kan milkoominaa akka isiniif ta'un hawwa. Afaaniif aadaa keenyaan faayamtanii waaqayyoof galata yoo ggalchiitan akkam bareeddu. Hirmaattootni hundi baga gammaddan. Cidha gaarii.
Galatoomi baayyee
baay'ee barreeduu waqayyoo waliin isiin haa bulchu cidhaa garii
Galatoomi
ዋው ደስ ስትሉ እንኩዋን ደስ አልችሁ 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤️❤️❤️❤️
Thanks
Mana-aseennaa!
Mana-Aseennaan subset Cidhaati😳jenneeti Qulqullicha Giddaa Qumbii
Nagan mana kanaf yaa tahu ❤️❤️ baaye baredu 🥰😍😍 bareduwan oromo ❤❤❤❤
Galatoomaa
Mashahalaa horaa bulaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉👩❤️👨👩❤️👨👩❤️👨❤️❤️❤️
Galatoomi
Why they was No table for bride and groom and bridesmaids?? They have to hold a plate?
Which part of Oromia is this place?
Minnessota, Oromia xiqqoo
Beautiful wedding. I feel the Glory of GOD present. Praise the Lord!!!❤️❤️
Congratulations to both of you!!!! May The LORD JESUS Bless You Marriage!!!!
Obbolessa koo ana yeroo heddu mataani na dhukkubba guyya lama ykn sadii giddu olaa me nafi debbisi furmataa akka malee na dhahataa yoo hasayusi yoo sochulee olli fa,a na demma 😢😢😢please nafi debissi mee