- 183
- 463 676
TEACH OROMOO LANGUAGE BY DR.ABDULLAH SIRAJ
United Kingdom
Приєднався 22 чер 2018
This language Prepared by Dr Abdullah Siraj. The name of this language is Called Afaan Oromo or an Oromo language. Most of people need to know different language,so way I Supply for the people who need to know Romo language. Afaan Oromoo namoonnii ittiin dhalatanis tahe kan itti dhufan sirriitti barreessu, dubbisuu, dubbachuu fii akkasuma yaada isaa barreeffamaan bahuu yoo fedhe chainal koo kana seenee ittiin uf cimsuu ni dandaha. Kanaaf chainaaliin kun can qophaaheef namni rakkina Afaan Oromoo qabu rakkoo ufii san ittiin haa furatuuf itti Dhama’ee isiniif qopheesse.Oromoo isinis akka itti dhimma baataniifii itti uf haarawoomsitan Abdiin qaba,tahus share,commant,like fii Subscribe gochuu hin dagatinaa.Anis waanan dandahe hundumaanuu Afaan OROMOO akka isin barbaaddanitti yoo isiniif qopheessuu baadhes waanan dandahu hundumaa godhuuf qophii dha. Inni kan biraas du’aa’ii waliif haa goonuu Afaan keenna haa guddifnuu Adaa teenna haa guddifnuu seenaa keenna haa eegganuun dhaamsa kooti.
Відео
#Dubbisuufii walitti fiduu #qubee Afaan #Oromoo.
Переглядів 1,9 тис.2 роки тому
#Dubbisuufii walitti fiduu #qubee Afaan #Oromoo.
The #Punctuation marks #Sirna Tuqaalee by #Oromo language.
Переглядів 2 тис.3 роки тому
The #Punctuation marks #Sirna Tuqaalee by #Oromo language.
#PRONOUNCE OF #ENGLISH AND #OROMO LANGUAGE
Переглядів 1,6 тис.3 роки тому
#PRONOUNCE OF #ENGLISH AND #OROMO LANGUAGE
QUBEEN KUN YEROO DURAA HAALA HIN BEEKKAMNEEN WAAN DAWONLOAD TAHEEF AMMA SIRREESSEERA DHIIFAMA.
Переглядів 7 тис.3 роки тому
QUBEEN KUN YEROO DURAA HAALA HIN BEEKKAMNEEN WAAN DAWONLOAD TAHEEF AMMA SIRREESSEERA DHIIFAMA.
THIS IS THE VOCABULARY OF OROMO LANGUAGE.KUN HIIKKAA JECHOOTA AFAAN OROMOOTI.
Переглядів 2,9 тис.3 роки тому
THIS IS THE VOCABULARY OF OROMO LANGUAGE.KUN HIIKKAA JECHOOTA AFAAN OROMOOTI.
Maqaa ji'oota #waggaati.This was the #months of the year. If any body had any #question late me know
Переглядів 16 тис.3 роки тому
Maqaa ji'oota #waggaati.This was the #months of the year. If any body had any #question late me know
BARMOONNI KEENNA HARRA GUYYOOTA TORBAANII IRRATTI XIYYEEFATE
Переглядів 1,5 тис.3 роки тому
BARMOONNI KEENNA HARRA GUYYOOTA TORBAANII IRRATTI XIYYEEFATE
kuni yeroo jalqabaatiif londonitti goone lock down booda dha
Переглядів 1023 роки тому
kuni yeroo jalqabaatiif londonitti goone lock down booda dha
kuni yeroo jalqabaatiif londonitti goone lock down booda dha.
Переглядів 1503 роки тому
kuni yeroo jalqabaatiif londonitti goone lock down booda dha.
Galaatomii oblesaa koo❣️❣️❣️❣️
Thank you teacher❤
Galatoomi Dhugaa Barsiisa
Wlwrwb akkami jirtaa
💖💕💕💕💕💯💯💯
❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤ትቸሪ።አቤዴላ።አካሚ።ናጋያ።አን።እናኔ።ጄ
❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
Waleykum salaam warahmatullaahi wabarakatuu jabadhuu qalii namaa❤❤
Tisho mata qabesafi mata dhabesa natii himi me
Barsiisaa eessatti baddan?
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💕💕💕🇾🇪🇾🇪🇾🇪💯💯💯💯
Woow mashaa Allah jabaadhuu nuuf jiraadhu ❤❤❤
Hii
Mammaksa dubartii jajjabeessu ammumaan Barbaade please 🙏
❤❤❤❤❤❤
Membrane jechuun maali
❤❤❤❤❤❤❤ 6:14
Akkata itii qubee guutuu baresinu nu fidaa
Akkam jirta?
Akkam?
Hi
❤❤❤❤❤ hojiin bareedaa Galatoomii
❤❤❤🙏
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤🎉
❤❤❤❤❤
Wowowowo❤❤❤❤🎉🎉🎉❤
Thanks you soo much teacher ❤
❤❤❤❤🎉🎉🎉
❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Caccabsaa dhamjecga giddu
@@FiraolDiriba-gm4oz Lakkoofsa kana namaaf qoodaa yoos Afaan oromoo barannaa garee uumnee
00447404705157
Galatoomii
❤❤
Wedee
Gosoota Bamaqaa irrattii nuf hojjeedhaa mee baay,ee namatti tolaa jabaadhaa❤❤
Mee jecha ficcisise jedhuu gara dhajecha ittii jirtaa galaatooma
Mee jecha nyachise jedhuu nuf wojadha
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Galtomii sanii koo
❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Yoo isiin Nuufi gadii bu'uu didee malii gonaa
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
🌹🌹🌹🌹🌹♥️♥️♥️♥️👍👍👍👍
Shanan kana malee kanbiraa hin jiru
gosoni dham jecha hirkata mali
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉